Skip to main content

A python package that converts Oromo language script's witten in latin letters to geez letters

Project description

እንኳን በደህና መጡ

መግቢያ

  • እንግዴ ሃገራችን ኢትዮጵያ የራሷ የሆኑ ቡዙ ነገሮች አሏት፥ ከነዚህም አንዱና ዋነኛው ፊደሎቿ ናቸው። ሆኖም ግን እነዚህ ፊደሎች በተወሰኑ ቋንቋዎች ላይ ጥቅም ላይ ሲውል፥ አንዳንድ ቋቋዎች ደገሞ በባዕዳን ሃገራት ፊደል ይጠቀማሉ፤ ከነዚህም አንዱ ኦሮምኛ (አፋን ኦሮሞ) ነው። የኦሮምኛ ቋንቋ በግዕዝ ፊደላት እንዳይጠቀም ከሚያደረጉት ዋና ነገሮች አንዱ፦ በአፋን ኦሮሞ ቋንቋ ውስጥ 10 ድምጾች ሲኖሩ፥ የግዕዝ ፊደል ግን ያለው 7 ድምጾች ብቻ ናቸው።

  • ስለዚህ ይህን ችግር በመረዳት ባሉት ፊደላት ላይ ከላይ አንድ ነጥብ በማድረግ እነኚህ የቀሩት ፊደል(ድምጾች) ተጨምረውበት፥ በቀላሉ የአፋን ኦሮሞን ቋንቋ በሃገራች ፊደል መጻፍ እንድንችል ይህ «ላይብረሪ» ተዘጋጅቷል። ቀጥሎ ያሉትን መመሪያዎች ይመልከቱ።

አጫጫን

ይህን «ላይብረሪ» ኮምፒውተሮ ላይ ለመጫን፦

$ pip install qufi-script

አሁን አንሞክር

python

from qufi import QubeFidel 

qube = QubeFidel()
print(qube.convert("Ashamaa!"))

ውጤት

አሸማ!

ከዚህ በታች ሙሉ ማብሪሪያው በአፋን ኦሮሞ ቀርቧል

Sagaleewwan Dheeraa fi Gabaabaa

  • Egaa akkumma beekamu Afaan Oromoo keessatti dheerachuunii fi gabaabbachuun fi jabinnii fi laafinni sagalee hiika jechaa irratti garaagarummaa guddaa ni fida. Haaluma kanaan afaan oromoon qubee gi'iziitin haala gaariin akka hin barreeffamne danqaawwan ta'aa turan keessaa inni guddaan: qubee gi'iz keessati sagaleewwan 7 yommuu jiraatan, afaan oromoo keessatti immoo sagaleewwan 10tu jiru. Egaa nutis kana hubachuun, qubeewwan amma argaman irrati tuqaa tokko mataa isaaniirra kaa'un sagaleewwan hanqatan kun itti dabalamaniiruu. Kana irratti hundaa'uunis sagaleewwan kunniin bakka 3^^tti^^ qoodamu: sagalee dheeraa, sagalee gabaabaa fi al-sagalee jedhamu.

Sagaleewwan Gabaabaa

  • Qubee jahaaffaan(ሳድስ) fi arfaffaa(ራዕብ) alatti warri jiran Sagaleewwan gabaaba jedhamun beekamu. Baay'inni isaanis shan(5)ni dha.

Fakkeenya sagaleewwan gabaabaa maati qubee

Qubee Sagalee
ma
mu
mi
me
mo

Sagaleewwan dheeraa

  • Sagaleewwan kunnin immoo, qubeewwan sagalee gabaabaa duraan jiran irrati tuq-tokko mataa ofirratti maxxanfachuunii kan uumamaniifii qubee arfaffaa(ራዕብ) dha. Baa'inni isaanis shan(5)ni dha.

Fakkeenya sagaleewwan dheeraa maatii

Qubee Sagalee
ሙ፞ muu
ሚ፞ mii
maa
ሜ፞ mee
ሞ፞ moo

Hubachiisa: Qubeen arfaffaa ofumasaa sagalee dheeraa waan ta'eef, yoomiyyu taanaan tuq-tokko mataa ofii isaarratti hin maxxanfatu.

Al-Sagalee

  • Qubeewwan kunnin immoo sagalee of danda'aa mataa isaanii kan hin qabnee ta'anii, warra qubeewwan jahaaffaa(ሳድስ) ta'anidha. Faayidaan isaanis: jechoota jabeessuu, cufa birsagaa irratti, jechota irra buutaa qaban keessattii fi akka maxxantootaatti tajaajiluudha.

Jechoota Gabaabaafi Dheeraa

  • Egaa akkuma beekamu jechoonni hundinuu barsaga mataa mataa isaani ta'e ni qabu. Birsagoonni kunis sagalee of danda'oo ni ta'u; Kanaafuu sagaloota kana gara qubee gi'iz duraan dubbanetti jijjiiruuf salphaa nuuf ta'a.
  • Fakkeenya 1: jechi laga jedhu birsagoota lama qaba: la fi ga. birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota fi tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi laga jedhu ለገ ta'a jechuudha.
  • Fakkeenya 2: jechi laagaa jedhu birsagoota lama qaba: laa fi gaa. ammas birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota fi tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi laagaa jedhu ላጋ ta'a

Fakkeenya jechoota gabaabaa fi dheeraa muraasa

Gabaabaa Dheeraa
Hori[ሆሪ] Horii[ሆሪ፞]
Mala[መለ] Malaa[መላ]
Gara[ገረ] Garaa[ገራ], Gaara[ጋረ]
Lafa[ለፈ] Laafaa[ላፋ]
Ana[አነ] Aanaa[ኣና]

Jechoota irra butaa

  • Jechoota irra butaa jijiiruf duraan dursinee jechicha gara birsagaatti addaan qoodna, achiis sagaleewwan of danda'oo fi alsagaleewwan jechichaa qubee gi'iiziin bakka buufna.
  • Fakkeenyaaf jecha Farda jedhu kana gara birsagaatti haa qoqqoodnu: Far fi da ta'a. Kunis ፈር fi ta'a. Kanaafu jechi Farda jedhu ፈርደ ta'a jechuudha.

Jechoota irra butaa tokko tokko

Farda ፈርደ
Ilma ኢልመ
Jilba ጂልበ
Harka ሀርከ
Harma ሀርመ
Arba አርበ

Sagalewwan Jabaa

  • Jecha keenya duraan dursinee gara birsagaatti qoqqooduun, achiin birsaga arganne sana qubeewwan sagaleewwan ofdanda'oo qabanii fi al-sagaleewwaniin bakka buusuudha.

  • Fakkeenyaaf jecha Jimmaa jedhu osoo fudhannee birsagoota lama qaba: Jim(ጂም fi maa dha. Kanaafuu jechi kun yemmuu jijjiiramu ጂምማ ta'a.

  • Haalli dubbisaa jechoota jabaa: qubee jahaaffaa(ሳድስ) liqimsuunii fi qubee isa itti aanu jabeessinee dubbifna. Fakkeenyaaf jecha Tokko jedhu yemmuuu jijjiirru ቶክኮ ta'a. Haalli dubbisa isaa kunis Tokko jedhamee dubbifama malee, sagalee addaan kutuun: Tok-ko jedhamee hin dubbifamu!

  • Birsagaaan alatti, jecha tokko keessatti maatiwwan qubee tokkoo qubeen jahaffaa(ሳድስ) fi kan biraa walduraa duubaan walitti aananii yoo dhufan, qubeen jahaaffaatti(ሳድስ) itti aanee argamu sun jabeeffamee dubbifama.

Jechoota jabaa fi laafaa tokko tokko

Laafaa Jabaa
Jimaa[ጂማ] Jimmaa[ጂም፡ማ]
Waloo[ወሎ፞] Walloo[ወል፡ሎ፞]
Hare[ሀሬ] Harre[ሀር፡ሬ]
Badaa[በዳ] Baddaa[በድ፡ዳ]
Qale[ቀሌ] Qalle[ቀል፡ሌ]

Maxxantoota Muraasa

-n -ን
-tti -ትቲ
-f -ፍ
ol- ኦል-
-oota ኦ፞ተ
python 
from qufi import QubeFidel 

qube = QubeFidel()

print(qube.convert("Caalaan kaleessa mana barumsaa deeme."))

print(qube.convert("Baacaan sa'aa bite."))

print(qube.convert("Gaariin ijoollee fe'e."))

ውጤት

ጫላን ከሌ፞ስሰ መነ በሩምሳ ዴ፞ሜ።

ባጫን ሰኣ ቢቴ።

ጋሪ፞ን ኢጆ፞ልሌ፞ ፌኤ።

Jechoota hin jiiramne

Jechoota akka hin jijjiiramne gochuuf, jechicha `` keessa galchuun akka hin jijjiiramne gochuun ni danda'ama.

python
from qufi import QubeFidel

qube = QubeFidel()

print(qube.convert("`Caalaan` deeme."))

primt(qube.convert("`Jechi kun hin jijiiramu!`"))

ወጤት

Caalaan ዴ፞ሜ።

Jechi kun hin jijiiramu!

Qubeewwan dachaa

Cha
Dha
Nya
Pha
Sha
Tsa
Zya

ከታች በምስሉ ላይ ያሉት ፊደላት፣ ትክክለኛው የአፋን ኦሮሞ የ Dha ፊደላት ናቸው።

Image Of Dha

Qubeewwan suuraa armaan oliitti argaman, maatii qubee "Dha" isa sirrii dha.

Sirna Tuqaalee

.
:
,
;
... ...
? ?
! !

ቁቤ ፊደል ትርጉም
Qore ቆሬ ፈተነ
Qoree ቆሬ፞ እሾህ
Qorre ቆርሬ ቀዘቀዘ
Qorree ቆርሬ፞ ፈትነን
Qooree ቆ፞ሬ፞ ደርቆ
Qoorree ቆ፞ርሬ፞ ደረቅን
Namootni hundinuu birmaduu ta'anii mirgaa fi ulfinaanis wal-qixxee ta'anii dhalatan. Sammuu fi qalbii ittiin yaadan waan uumamaan kennameef, hafuura obbolommaatiin wal-wajjin jiraachuu qabu.
ነሞ፞ትኒ ሁንዲኑ፞ ቢርመዱ፞ ተአኒ፞ ሚርጋ ፊ ኡልፊናኒስ ወል-ቂጥጤ፞ ተአኒ፞ ዸለተን። ሰምሙ፞ ፊ ቀልቢ፞ ኢትቲ፞ን ያደን ዋን ኡ፞መማን ኬንነሜ፞ፍ፣ ሀፉ፞ረ ኦብቦሎምማቲ፞ን ወል-ወጅጂን ጂራቹ፞ ቀቡ።

የፊደል ገበታ

A U UU I II AA E EE Ø O OO
ሁ፞ ሂ፞ ሄ፞ ሆ፞
ha hu huu hi hii haa he hee h ho hoo
ሉ፞ ሊ፞ ሌ፞ ሎ፞
la lu luu li lii laa le lee l lo loo
ሙ፞ ሜ፞ ሞ፞
ma mu muu mi mii maa me mee m mo moo
ሩ፞ ሪ፞ ሬ፞ ሮ፞
ra ru ruu ri rii raa re ree r ro roo
ሱ፞ ሲ፞ ሴ፞ ሶ፞
sa su suu si sii saa se see s so soo
ሹ፞ ሺ፞ ሼ፞ ሾ፞
sha shu shuu shi shii shaa she shee sh sho shoo
ቁ፞ ቂ፞ ቄ፞ ቆ፞
qa qu quu qi qii qaa qe qee q qo qoo
ቡ፞ ቢ፞ ቤ፞ ቦ፞
ba bu buu bi bii baa be vee b bo boo
ቩ፞ ቪ፞ ቬ፞ ቮ፞
va vu vuu vi vii vaa ve vee v vo voo
ቱ፞ ቲ፞ ቴ፞ ቶ፞
ta tu tuu ti tii taa te tee t to too
ቹ፞ ቺ፞ ቼ፞ ቾ፞
cha chu chuu chi chii chaa che chee ch cho choo
ኑ፞ ኒ፞ ኔ፞ ኖ፞
na nu nuu ni nii naa ne nee n no noo
ኙ፞ ኚ፞ ኜ፞ ኞ፞
nya nyu nyuu nyi nyii nyaa nye nyee ny nyo nyoo
ኡ፞፞ ኢ፞ ኤ፞ ኦ፞
(')a (')u (')uu (')i (')ii (')aa (')e (')ee - (')o (')oo
ኩ፞ ኪ፞ ኬ፞ ኮ፞
ka ku kuu ki kii kaa ke kee k ko koo
ዉ፞ ዊ፞ ዌ፞ ዎ፞
wa wu wuu wi wii waa we wee w wo woo
ዙ፞ ዚ፞ ዜ፞ ዞ፞
za zu zuu zi zii zaa ze zee z zo zoo
ዡ፞ ዢ፞ ዤ፞ ዦ፞
zya zyu zyuu zyi zyii zyaa zye zyee zy zyo zyoo
ዩ፞ ዪ፞ ዬ፞ ዮ፞
ya yu yuu yi yii yaa ye yee y yo yoo
ዱ፞ ዲ፞ ዴ፞ ዶ፞
da du duu di dii daa de dee d do doo
  ዸ  ꬉ  ꬉ፞  ꬊ   ꬊ፞  ꬋ     ꬌ    ꬌ፞ ꬍ   ꬎ  ꬎ፞ 
dha  dhu  dhuu  dhi  dhii  dhaa  dhe  dhee  dh  dho  dhoo 
ጁ፞ ጂ፞ ጄ፞ ጆ፞
ja ju juu ji jii jaa je jee j jo joo
ጉ፞ ጊ፞ ጌ፞ ጎ፞
ga gu guu gi gii gaa ge gee g go goo
ጡ፞ ጢ፞ ጤ፞ ጦ፞
xa xu xuu xi xii xaa xe xee x xo xoo
ጩ፞ ጪ፞ ጬ፞ ጮ፞
ca cu cuu ci cii caa ce cee c co coo
ጱ፞ ጲ፞ ጴ፞ ጶ፞
pha phu phuu phi phii phaa phe phee ph pho phoo
ፁ፞ ፂ፞ ፄ፞ ፆ፞
tsa tsu tsuu tsi tsii tsaa tse tsee ts tso tsoo
ፉ፞ ፊ፞ ፌ፞ ፎ፞
fa fu fuu fi fii faa fe fee f fo foo
ፑ፞ ፒ፞ ፔ፞ ፖ፞
pa pu puu pi pii paa pe pee p po poo

Project details


Download files

Download the file for your platform. If you're not sure which to choose, learn more about installing packages.

Source Distribution

qufi-script-1.0.2.tar.gz (27.0 kB view hashes)

Uploaded Source

Built Distribution

qufi_script-1.0.2-py3-none-any.whl (20.2 kB view hashes)

Uploaded Python 3

Supported by

AWS AWS Cloud computing and Security Sponsor Datadog Datadog Monitoring Fastly Fastly CDN Google Google Download Analytics Microsoft Microsoft PSF Sponsor Pingdom Pingdom Monitoring Sentry Sentry Error logging StatusPage StatusPage Status page